Baga Nagahaan Gara Waldaa Beekumsaa fi Da'awaa Taajul-ILM Dhuftan
Beekkumsa Diiniin Dhaloota Ga'oomsuu
Learn moreTajul-Ilmi Da'iwa and Islamic Knowledge Association is an indigenous organization that has received recognition from the Oromia Islamic Affairs Council (Majlis). The Association is dedicated to the Islamic movement, especially Islamic knowledge.
Waldaan Da'iwaa fi beekkumsa Islaamummaa Taajul-Ilmi dhaabbata sadarkaa biyyoolessatti hundaa'e yoo ta'u majlisa oromiyaa irraa beekkamtii guutuu kan argateedha. Waldaan Kun sochii Islaamummaa keessattuu beekkumsa Islaamummaa irrattii xiyyeeffatee kan hojjatuudha.
ታጁል-ዒልም የዳዕዋ እና ኢስላማዊ እውቀት ማህበር አገር በቀል ድርጅት ሲሆን ከኦሮሚያ እስልምና ጉዳዮች ምክር ቤት (መጅሊስ) እውቅናን ያገኘ ተቋም ነው። ማህበሩ በኢስላማዊ እንቅስቃሴ ዙሪያ በተለይ በእውቀት ዘርፍ አተኩሮ የሚሰራ ተቋም ነው።
Hawaasni Keenya beekkumsa Islaamummaa fi akkadaamiitiin gahaa ta'ee arguu. Dhaloota sunnaa Rasuulaa(s.a.w) hordofan oomishuu. Dhaloota duudhaa fi akhlaaqa Islaamummaatiin qaraman oomishuuf hojjachuu. Dhaloota gosa hojii barateen haqaan dalaguufi tattaaffii cimaa godhu oomishuuf Tokkummaafi Aqiidaa Keenya cimsuu. Fedha barattootaaf dursa kennuu. Dhuudhaafi amaloota Islaamummaa gaggaarii tiksuu
ማህበረሰባችን በሃይማኖታዊ ዕዉቀት እና በአካዳሚክ ዕዉቀት ብቁ ሆኖ ማየት የረሱልን (ሰአወ) ሱንና የሚከተሉ ትውልዶች እንዲፈጠሩ ማድረግ፤ በእስላማዊ እሴቶች እና ስነ-ምግባር የታነፀ ትዉልድን ለማፍራት መስራት፤ በተማረዉ መስክ ፍትሃዊ እና ታታሪ ሰራተኛ ትውልድን ለማፍራት መስራት፤ አንድነታችን እና ዐቂዳችንን ማጠናከር፤ ለተማሪዎች ፍላጎት ቅድሚያ መስጠት፤ ሀይማኖታዊ ዕዉቀት ለሌላቸዉ ተማሪዎች ቅድሚያ መስጠት፤ ኢስላማዊ እሴቶችን እና ግብረ-ገብነትን መጠበቅ፡፡
Barataa gara dhaabbata keenyaa dhufu kamuu Qur'aana fi hadiisaan qaramee arguu.Dhaloota Sunnaa Rasuulaa (s.a.w) sirnaan hordofan arguu.Dhaloota duudhaa fi amaloota Islaamummaa gaggaariin bocame arguu.Hawaasni Musliimaa hordoftoota amantaa birootiif fakkeenya ta'ee arguu.Hawaasni Keenya beekkumsa Islaamummaa qabaatee arguu.Dhaloonni Keenya dandeettiifi kennaa uumamaa qabuun hawaasa isaa akka fayyadu haala mijeessuu. Waldhabdee hir'suufi yoo uumame immoo karaa shari'aatiin furuu.
ማንኛዉም ወደ ተቋሙ የመጡ ተማሪዎች በቁርዓን እና በሀዲስ ታንፀዉ ማየት የረሱልን (pbuh) ሱንና የሚከተሉ ትዉልድ ማፍራት፤ በእስላማዊ እሴቶች እና ስነ-ምግባር የታነፀ ትውልድን ማየት፡፡ የሙስሊም ማሄበረሰብ ለሌሎች እምነት ተከታይ ማህበረሠብ እና ተማሪዎች አርአያ ሆኖ ማየት፡፡ ዲናዊ እዉቀት ማህበረሳባችን እንዲኖረዉ ማድረግ፡፡ማህበረሰባችን ባላቸዉ ተስጥኦ እና ብቃት ህብረተሰባችንን እንዲያገለግሉ እድል መፍጠር፤ በማህበረሰባችን መካከል የሚፈጠሩ ችግሮች እና አለመግባባቶችን ኢስላማዊ ይዘታቸዉን ባልለቀቁ መሰረት መፍታት ግጭቱንም መቀነስ፡፡
Sagantaa Qur'aanaa seera tajwiidaa guutuu ta'eefi haala qir'aatii gaarii ta'een akka haffazan gochuudha. Barumsi Kun hifzii Qur'aanaa, seera tajwiidaa, ulum Al -Qur'aaniifi barumsaa bu'uuraa kan biroos kan of keessatti hammateedha. Sagantichi turtii waggaa lamaa qabaata.
ቁርኣንን ምሉዕ በሆነ የተጅዊድ ህግና በጥሩ አቀራር በቃል የማስያዝ (ሂፍዝ) ፕሮግራም ነው። ትምህርቱ በውስጡ የቁርኣን ሂፍዝን፣ የተጅዊድ ህግጋትን፣ ዑሉም አል-ቁርኣንን እና ሌሎች መሰረታዊ ትምህርቶችን ያቀፈ ነው። ፕሮግራሙ የሁለት ዓመት ቆይታ ይኖረዋል።
Sagantaan Kun barataan tokko yeroo gabaabaa keessatti Qur'aana seera tajwiidaa isaa eeggatuun dubbisuu akka danda'uu taasisuufi barumsa bu'uuraa diinii kan of keessatti qabteedha. Marsaa(term) afuris kan qabuudha. Sagantaan Marsaa jalqabaa seera bu'uura dubbisuu Qur'aanaa dabalatee Qur'aana khattamuudha. Dabalataanis leenjii garagaraa kan of keessatti hammateedha. Marsaan sadan hafan immoo seera tajwiida Qur'aanaanfi beekkumsa bu'uuraa diiniin kan walqabateedha. Sagantaan Kun turtii waggaa 1 fi ji'a 3 qaba.
ይህ ፕሮግራም አንድ ተማሪ በአጭር ጊዜ ውስጥ ቁርኣን ማንበብ እንዲችል የሚያደርግ እና የተጅዊድ ትምህርትን እና መሰረታዊ የዲን ትምህርትን ያካተተ ፕሮግራም ነው። ይህ ፕሮግራም 4 ተርሞች አለወዉ የመጀመሪያው ተርም ፕሮግራም፤ መሰረታዊ የንባብ ህጎችን ጨምሮ ቁርኣንን የማስኸተም ፕሮግራም ነው። በተጨማሪም የተለያዩ ስልጠናዎችን ያካትታል።ቀሪዎቹ 3ቱ ተርሞች ከቁርአን ህግ( ተጅዊድ) መሰረታዊ የዲን ትምህርት ጋር የተያያዘ ነው። ይህ ፕሮግራም የ1 ዓመት ከ3 ወር ፕሮግራም ነው።
Sagantaan Kun barattoonni afaan arabiffaa akka haasa'an kan taasisuufi seer-lugaa arabiffaa (Arabic Grammar) barsiisuu kan of keessatti qabateedha. Turtii ji'a 6 ni qabaata.
ይህ ፕሮግራም አረብኛ ቋንቋን መናገር ማስቻል እና የአረብኛ ሰዋሰውን ማስተማር የያዘ ፕሮግራም ነው። ፕሮግራሙ የ6 ወር ቆይታ ይኖረዋል።
Sagantaan Kun Shari'aa Islaamummaa kan of keessatti qabate yemmuu ta'u, beekkumsa Aqiida, Ahkaamaa(Fiqiih), Sulukaa, Tazkiyaa, Siiraa, Hadiisa, Musxalih fi Ulum Al Qur'aan wal Fiqiih of keessatti hammata. Barumsi Kun sagantaa dipiloomaan kan keennamu yemmuu ta'u turtii waggaa lamaa keessatti xumurama.
ይህ ፕሮግራም ኢስላማዊ ሸሪዓን በውስጡ የያዘ ሲሆን የዐቂዳ፤ አህካም(ፊቅህ) ፤ ሱሉክ፤ ተዝኪያ፤ ሲራ፤ ሀዲስ፤ ሙስጠለህ፤ እና ዑሉሙል ቁርኣን ወል ፊቅህ የተሰኙ እውቀቶችን የያዘ ፕሮግራም ነው። ይህ ትምህርት የዲፕሎማ ፕሮግራም ሲሆን በሁለት ዓመት የሚጠናቀቅ ይሆናል።
Download the registration form, fill it out, and upload it back to complete your registration.
Download Registration Form"Barnoota barachuun dirqama amantaan keenya nurra kaaheedha."
"ትምህርት መማር ዲናችን ግዴታ ያደረገብን ጉዳይ ነው።"
"Beekkumsa Islaamaa haala qindaa'aa ta'een barachuun rakkoo hawaasa muslimaa furuu keessatti, furmaata isa tokko."
"ኢስላማዊ እውቀትን በተደራጀ መንገድ መማር ለዑማው ችግሮች ኣንዱ የመፍትሄ አካል ነው።"
"Dhaabbata kana itta gaafatamummaan naaf keennamee akka hoogganu taasisamuu kiyyaa gachuu qaba. Taajul-ilmi akkuma maqaa isaa biyya keenyaa Dhaabbata "Taaj" ta'uudha! Inshaa Allah."
"ይህንን ተቋም ለመምራት ሀላፊነት ተሰጥቶኝ አየሰራው በመሆኔ ደስተኛ ነኝ። ታጁል-ዒልም እንደ ስሙ ለሀገር ታጅ የሚሆን ተቋም ነው! ኢንሻአላህ::"
We would love to hear from you!
አዳማ:- ከፖስታ ቤት ወደ መብራት ሀይል በሚወስደው መንገድ አዳማ አዲ ሀውስ 3ኛ ፎቅ ቢሮ ቁጥር 304
Phone:- 0932330835
ሄሎ :- 0933576074/75
Email: tajulilm806@gmail.com